Oduu - BBC News Afaan Oromoo (2024)

Table of Contents
Isin hin darbiin Itoophiyaa fi Somaaliyaan muddama gidduu isaaniitti dhalate tasgabbeessuuf Tarkiitti mari'achuuf KALLATTIIN, Somaalilaand qondaala Turkii ofitti waamtee 'yaaddoo' ibsatte Koloneel Takkaa Tulluu: Itti gaafatamaa Tika Dargii ABO waliin hojjataa ture Viidiyoo baqattoota hidhattoota Sudaaniin qabaman mul'isu keessattin obboleettii kiyya arge Filattoonni %72 Baayiden rakkoo sammuu waan qabuuf ga'umsa pirezidantummaa hin qabu jedhan Ispeen salphaatti Joorjiyaa yoo mo'attu, Beelingihaam Ingilaandiin salphinarraa oolche sh*ttaayee Hoomaa (PhD): ‘Guca dirree hirmaannaan dubartootaa hanqatu keessaa iftu’ Euro 2024: Jarmanii fi Siwiizarlaand nuusa xumuraaf darban, Xaaliyaanii fi Deenmaark gaggeeffaman Baayiden hanqina mudate fooyyessuun filannoo akka mo'atu sagantaa galii walitti qabuurratti dubbate Haleellaa Raashiyaa hordofuun Zeleniskiin misaayila fa*geenya dheeraa furguggifaman hidhachuuf iyyatan Israa’elifi Hamaas ‘tarree galmee qaanii’ UNtti maaf dabalaman? Abbaa warraafi haadha warraa walgannee hin duunu jechuun hakimaan du'uu filatan Walitti bu'iinsa Pireezidant Ruutoon maaliif labsi mormii uume haquuf rakkatan? ICCn qondaaltota waraanaa olaanoo Raashiyaarratti ajaja hidhaa baase Raashiyaatti manneen amantaa fi bakki waaqeffannaa haleelamuun poolisoota 15 dabalatee namoonni 20 du'an ‘Baankii keessaa maallaqa qaba garuu ijoolleekoof daabboo bituu hin danda’u’ Loltoonni Israa’el nama Filisxeem madaa’e konkolaataarratti hidhanii fudhachuun dheekkamsa kaase Utubaan icciitiinsaa wallaalame US Nevaadaatti mul'ate Hogganaa Nato: Chaayinaan waraana Putin deeggaruutti gatii baaftu qabdi ‘Maallaqaaf osoo ta'uu baatee waan kana hin hojjedhun ture’- Dubartii ulfa namaa baattu Maaltu haasa'ama? Himanni Somaaliyaan waraana Itoophiyaa irratti dhiyeesite 'bu'uura hin qabu'- Mootummaa Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo Falmii Pirezidaantummaa jalqabaa irratti Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuuf rakkatan Yaaddoo al-Shabaabiin Somaaliyaan turtiin waraana Gamtaa Afrikaa jala jiru akka turu gaafatte Baabbileetti waaqeffattoonni 79 hidhamuurratti qaamni mootummaa maal jedhe? Balaliisaa imala jalqabaa gara buufata xiyyaara Guddinaa Tumsaa Naqamtee imaltoota mirqaanse Mootummaan Sudaan maaliif lammiilee Itoophiyaa biyyasaatii baasaa jira? 'Mootummaa waliin mariyachuuf ammatti murteerra hin geenye'-Iskindir Naggaa Loltoonni Itoophiyaa Somaaliyaa keessa turuumoo bahuu qabu? Itoophiyaatti wixineen seeraa toora kominikeeshinii ajaja mana-murtii malee butuu eeyyamu maali? Bajata mootummaa federaalaa bara 2017 irratti hanqinni birrii bil. 350 ol mudate Loltoonni Itoophiyaa Somaaliyaatii ba'uun al-Shabaab akka cimuuf carraa uumaa? Ispoortii Taphataan duraanii Maan Yuunaayitid Luwis Naanii gara Itoophiyaa deemuuf Euro 2024: Tilmaama taphoota kuffisanii darbuu gareewwan 16 Kasaaraa Kirooshiyaa carraa Luukaa Moodrich gufachiise Imala Luukaa Modrich: Tiksituu re’ee irraa hanga Ballon d'Or mo'achuutti Euro 2024 seenaa raajii galmeesse eenyuun kuffisee, eenyuun dabarsa? Ronaaldoo waliin suura ka’uuf jecha deeggartoonni dirree cabsanii seenuun yaaddoo uume Dubartii Olompikarratti buunyaan Itoophiyaa bakka bu'uu abjottu maaltu mudate? Morkii Kiloop fi Gaardiyoolaatu akkan Liiverpuul dhufu na godhe - Siloot 'Mesii warra Turkii': Ardaa Gular Waancaa Awurooppaarratti riikardii Ronaaldoo qooddate Kiiliyaan Imbaappee funyaansaa erga miidhamee 'fayyaa hin qabu' Ingilaand dhiphattee Sarbiyaa injifatte, Dorgommicha injifachuuf abdii qabdii? Itoophiyaan Waancaa Afrikaa bara 2029 qopheessuuf karoorsuu beeksifte Jiruufi Aartii Indiyaatti warshaan iPhone 'dubartoota heerumte hin qacarru' jechuun himatame Barattoota Kooriyaa Kaabaa akka Kiim Jong Unitti rifeensa sirreeffachuuf dirqisiifamaa turan Barattoota Itoophiyaa Xaaliyaanii jiran qormaata maaltu mudata? Maalif dafanii hin eebbifaman? Jette jetteen 'Vampaayer' jedhu eessaa, maaliif jalqabe? Penile cancer: Dhibee kaansarii dhiiraa waldhaansisaa hanga qaama saalaa guutummaatti muruu gahu Dhabbanni Fayyaa Addunyaa maal hojjataa? Maal milkeesse? Dhibamee waggaa lamaaf sireerra kan ture Daagim Mokonnin sirba dhaabuu hime Dubartii sababa namni afaanshee beeku dhibeef hospitaala sammuu keessa waggoota 12 turte Bitaa, Mirga Sabboonaa Bulloo: Dargaggeessa jireenya daandiirraa ka'ee kaaniif hojii uumaa jiru Somaaliyaan daangaakoo cabsitee seente jechuun Mana-maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himatte 'Utubaa sibiilaa waliinsaa wallaalame' biyyoota garagaraatti mul'achaa jiru ‘Abukaatoowwankoo doorsifamaa jiru’ - Obbo Taayyee Danda’aa Bishaan qulqulluu Makkaa Zamzam maali? Mootummaan Baankii Biyyaalessaarraa hangi liqeeffachuu danda’u labsiin daangeffamuufidha Viidiyoo, 'Dhalataa Kuyyeraa biliyeenara ta'uu hawwaa guddatee, ta'ee argame'Turtii, 4,45 Bataskaanni Ortodoksii Marii Biyyaalessaarratti 'affeeramuu dhabuun mufatte' Ajaa'iba Riqicha Poorchugaal: Itoophiyaatti riqicha umrii waggaa 500 caalu lakkoofsise Bofa kormaa Roonaaldoo jedhamu, quunnamtii malee ilmaan hanqaaqu Lammiilen biyyoota Baha Eshiyaa maaliif amantiisaanii jijjiiraa jiru? Viidiyoo, Masalaa: Magaalaa Harargee waraabessiifi saroonni guyyaadhaan 'maaddii tokkorraa sooratan'Turtii, 1,08 Albamiin 'Gaaffiikoo' jedhu waa'ee abjuufi gaaffii dhuunfaakoo qofa miti - Guutuu Arkitekchera masjiidota qulqulluu lama hojjeteef kaffaltaa hin fudhadhu jedhe Viidiyoo, Namni tokko Addeessa dhuunfachuu danda'aa?Turtii, 1,24 Baankiin hojjettoota sobaan waan hojjataa jira of fakkeessan hojiirraa ari'e Barumsaaf Imala hawaa: Addeessa eenyutu dhuunfata? Waldhibdeen dacheerraa achittis mul'achuu malaa? Sharafa alaa Itoophiyaan biyya maallaqnishee doolaara dachaa sadiin caalu Wiiliyaam Ruutoo harka kennachuun humna 'qeerroo' Afrikaa agarsiisa Labsiin qabiyyee lafaarraa namoota kaasuufi kaffaltii beenyaa maal of keessaa qaba? Filannoo US 2024: Ameerikaan akkamiin pirezidantii filatti? 'Electoral College' maali? Sababa ho'aa yoo xiqqaate namootni 1,300 ol Hajjiif imalan du'aniiru- Saawdii Arabiyaa Hakiima duuti tasaa akaakayyuusaa waldhaansa fayyaa akka baratu isa dirqisiise Somaaliyaatti hoogganaa IS kan jedhamu Abdulqaadir Muumin eenyu? Baay'ee kan dubbifame

Isin hin darbiin

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (1)

    Itoophiyaa fi Somaaliyaan muddama gidduu isaaniitti dhalate tasgabbeessuuf Tarkiitti mari'achuuf

    Muddama Itoophiyaa fi Somalaiyaa gidduutti mudate mariin tasgabbeessuuf ministirootni dhimma alaa biyyoota lameenii Tarkii galan.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (2)

    KALLATTIIN, Somaalilaand qondaala Turkii ofitti waamtee 'yaaddoo' ibsatte

    Itoophiyaafi Somaaliyaan dhibdee isaanii akka furan Turkiitti mariin akka taasifamu erga ibsamee booda Somaalilaand bakka bu’aa Turkii ofitti waamtee waliin mari’atte.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (3)

    Koloneel Takkaa Tulluu: Itti gaafatamaa Tika Dargii ABO waliin hojjataa ture

    Kufaatii mootummaa Dargiif wantoota sababa ta’an keessaa tokko Dargiin keessoosaa qulqulleessuu dadhabuu akka ta’etu himama. Dargiin bara biyya bulche harka guddeessa waraanarratti kan dabarse ta’uunsaa yeroo argatee keessoosaa sirreessuu hin dandeenyes ni jedhama.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (4)

    Viidiyoo baqattoota hidhattoota Sudaaniin qabaman mul'isu keessattin obboleettii kiyya arge

    Faddaaltonni karaa Sudaan gara Liibiyaatti isin dabarsina jechuun baqattoota of harka galfatu. Duuba maallaqa gaafatu, erga maallaqa argatanii ammoo karaatti gatu. Baqattoonni rakkoo akkanaa seenan hedduun loltootaan qabamu. Luwaam Gabruu rakkoo akkanaaf saaxilamte.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (5)

    Filattoonni %72 Baayiden rakkoo sammuu waan qabuuf ga'umsa pirezidantummaa hin qabu jedhan

    Filannoon yaada uummataa CBS News/YouGov gaggeesse akka mul'isutti namoota yaada kennan keessaa dhibbeentaa 72 kan ta'an Baayiden rakkoo fayyaa sammuu fi rakkoo sirriitti yaaduu waan qabuuf kana booda akka pirezidantiitti tajaajiluuf ga'umsa hin qabu jedhan.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (6)

    Ispeen salphaatti Joorjiyaa yoo mo'attu, Beelingihaam Ingilaandiin salphinarraa oolche

    Ingilaandi Isloovaakiyaa sa'a dabalataatti mo'achuun nuusa xumuraaf darbite. Ispeen tapha hanga ammaatti taasifte %100 mo'atte. Joorjiyaa 4-1 mo'achuun nuusa xumuraaf geesse.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (7)

    sh*ttaayee Hoomaa (PhD): ‘Guca dirree hirmaannaan dubartootaa hanqatu keessaa iftu’

    sh*ttaayeen qonnaarratti barachuufi qorachuun biyyarra dabartee ardii waliin geesseetti; ittis milkoofteetti. Qorannoo qonnaa hirmaannaan dubartootaa keessatti haphatan keessatti hanga sadarkaa digirii sadaffaa (PHD)tti baratteetti, ittiin hojjechaa jirti, badhaasaafi beekamtii idil-addunyaas argatteetti.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (8)

    Euro 2024: Jarmanii fi Siwiizarlaand nuusa xumuraaf darban, Xaaliyaanii fi Deenmaark gaggeeffaman

    Dorgommii waancaa Awurooppaa 17ffaa Euro 2024 qopheessituun sagantichaa Jarmaniin akkasumas Siwiizarlaand nuusa xumuraaf yoo darban Xaaliyaanii fi Deenmaark gaggeeffamaniiru.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (9)

    Baayiden hanqina mudate fooyyessuun filannoo akka mo'atu sagantaa galii walitti qabuurratti dubbate

    Pirezidantiin US Joo Baayiden falmii jalqabaa irratti hanqina mudate fooyyessuun morkataasaa Doonaald Tiraampirratti olaantummaa argatee, filannochas akka mo'atu kanneen maallaqaan isa deeggaraniif mirkaneesse.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (10)

    Haleellaa Raashiyaa hordofuun Zeleniskiin misaayila fa*geenya dheeraa furguggifaman hidhachuuf iyyatan

    Haleellaan misaa’elaa Raashiyaa daa’imman lama dabalatee waliigalatti lubbuu namoota torba dabarse hordofee Pirezedantiin Yukireen Volodmiir Zelenskiinmeeshaa waraanaa fa*geenya dheeraa qabaniif fi ittisa haleellaa qilleensaa dabalataa irra deebiin gaafatan.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (11)

    Israa’elifi Hamaas ‘tarree galmee qaanii’ UNtti maaf dabalaman?

    Waraannifi humni nageenya Israa’el akkasuams gareen hidhattoota Hamaafi Palistiiniyaan Islaamik Jihaad “tarree galmee qaanii'' UNtti akka makaman godhaman.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (12)

    Abbaa warraafi haadha warraa walgannee hin duunu jechuun hakimaan du'uu filatan

    Neezarlaandis keessatti bara 2023 qofaatti namoonni 9,068 "euthanasia" ykn deeggarsa ogeessa fayyaan du'aniiru. Du'a biyyattii keessatti mudate keessaa 5% jechuudha. Kanneen fedhiidhan ogeessa fayyaan du'an keessaa "duo-euthanasia" ykn abbaan warraafi haati warraa kan wal-faana du'an 33 galmaa'era.

Walitti bu'iinsa

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (13)

    Pireezidant Ruutoon maaliif labsi mormii uume haquuf rakkatan?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (14)

    ICCn qondaaltota waraanaa olaanoo Raashiyaarratti ajaja hidhaa baase

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (15)

    Raashiyaatti manneen amantaa fi bakki waaqeffannaa haleelamuun poolisoota 15 dabalatee namoonni 20 du'an

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (16)

    ‘Baankii keessaa maallaqa qaba garuu ijoolleekoof daabboo bituu hin danda’u’

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (17)

    Loltoonni Israa’el nama Filisxeem madaa’e konkolaataarratti hidhanii fudhachuun dheekkamsa kaase

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (18)

    Utubaan icciitiinsaa wallaalame US Nevaadaatti mul'ate

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (19)

    Hogganaa Nato: Chaayinaan waraana Putin deeggaruutti gatii baaftu qabdi

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (20)

    ‘Maallaqaaf osoo ta'uu baatee waan kana hin hojjedhun ture’- Dubartii ulfa namaa baattu

Maaltu haasa'ama?

  • Himanni Somaaliyaan waraana Itoophiyaa irratti dhiyeesite 'bu'uura hin qabu'- Mootummaa

    Himata Somaaliyaan loltootni Itoophiyaa eeyyamakoo malee daangaakoo seenan jechuun Mana Maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himachuun ishee himata ''bu'uura hin qabnedha'' jedhan Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (22)

    Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo

    20:49 EAT - 21:04 EAT

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (23)

    Falmii Pirezidaantummaa jalqabaa irratti Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuuf rakkatan

    Falmii pirezidaantummaa Ameerikaa jalqabaa bara kanaan Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuu irratti laafan.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (24)

    Yaaddoo al-Shabaabiin Somaaliyaan turtiin waraana Gamtaa Afrikaa jala jiru akka turu gaafatte

    Yaddoo al-Shabaab deebi’ee of gurmeessuu hordofee mootummaan Somaaliyaa yeroo humnoonni nagaa eegan biyyattii keessaa itti ba’an akka dheeratuuf gaafatte.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (25)

    Baabbileetti waaqeffattoonni 79 hidhamuurratti qaamni mootummaa maal jedhe?

    Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa 79 Jimaata darbe ALI Waxabajjii 14, 2016 Magaalaa Baabbilee keessatti hidhamuu Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa komate.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (26)

    Balaliisaa imala jalqabaa gara buufata xiyyaara Guddinaa Tumsaa Naqamtee imaltoota mirqaanse

    Lamaanuu ijoollee Lixa Oromiyaa, Wallaggatti dhalatanii guddatan. Gara bitaan Kaappiteen Sanyii Taliilaa, gama mirgaan ammoo gargaaraa balaliisaa Abdii Mikaa’el kutaa gara fuulduraa kan balaliisaa fi gargaaraan balaliisaa qofti seenan (controlling room) keessa waliin taa’aniiru. Miira ture akkasiin BBC'f qoodan.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (27)

    Mootummaan Sudaan maaliif lammiilee Itoophiyaa biyyasaatii baasaa jira?

    Sudaan yeroo waraanaan raafamaa jirtu kanatti humnootni nageenyaa mootummaa Sudaan lammiilee Itoophiyaa ''waraana RSF deeggartu'' jechuun qabee biyyaa baasaa akka jiru dippilomaatiin tokko BBCti himan.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (28)

    'Mootummaa waliin mariyachuuf ammatti murteerra hin geenye'-Iskindir Naggaa

    Gaazexessaafi falmataan mirga namoomaa duraanii amma garee hidhattoota Faannoo hoogganuu himu, Iskindir Naggaa walitti bu'iinsa naannoo Amaaraa keessatti gaggafamu karaa marii nagaa xumuruuf ammatti qophii akka hin taane BBCtti hime.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (29)

    Loltoonni Itoophiyaa Somaaliyaa keessa turuumoo bahuu qabu?

    Somaaliyaan karaa dippilomasiin socho’aa erga turte booda waraanni Itoophiyaa akka bahu dubbatte. Murtee kanarratti Itoophiyaan homaa hin dubbanne. Garuu turuufi bahuun faayidaafi miidhaa maal qaba?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (30)

    Itoophiyaatti wixineen seeraa toora kominikeeshinii ajaja mana-murtii malee butuu eeyyamu maali?

    Wixineen kuni qabeenya yakkaan argame kan seeraa fakkeessuuf yookiin shororkeessummaa maallaqaan gargaaruu wal qabsiisuun qorattoonni kominikeeshinii fi xalayaa akka butan ni eeyyama.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (31)

    Bajata mootummaa federaalaa bara 2017 irratti hanqinni birrii bil. 350 ol mudate

    ''Hanqina bajata kanaa liqii biyya keessaafi alaa argamurraa bakka buusuf karoorfameera,'' jedha ragaan bajataa miseensota Mana Maree Ummataaf dhihaate.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (32)

    Loltoonni Itoophiyaa Somaaliyaatii ba'uun al-Shabaab akka cimuuf carraa uumaa?

    Oduun Amajji 1, 2024 waajjira Ministira Mummee Abiy Ahimad keessaa bahe walitti dhufeenya Itoophiyaafi Somaaliyaarratti jijjirama olaanaa hordrofsiisee ture.

Ispoortii

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (33)

    Taphataan duraanii Maan Yuunaayitid Luwis Naanii gara Itoophiyaa deemuuf

    Taphataan duraanii Maanchister Yuunaayitid Luwis Naanii gara Itoophiyaa deemuuf akka jedhu dhagahame.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (34)

    Euro 2024: Tilmaama taphoota kuffisanii darbuu gareewwan 16

    Gareewwan waancaa Awurooppaa 2024 irratti hirmaatan 24 keessaa kanneen hafan 16 Sambata borii irraa eegaluun tapha kuffisanii darbuu ni taphatu.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (35)

    Kasaaraa Kirooshiyaa carraa Luukaa Moodrich gufachiise

    Luukaa Moodrich rukuttaa adabbii gareensaa argate goolii geeddaruu baatus yeroo xiqqoo booda garuu taphaan goolii ajaayibaa galcheera. Garuu warri Xaaliyaan daqiiqaa 98ffaarratti goolii galchuun carraa Kirooshiyaa saammachuun 16 keessa galan

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (36)

    Imala Luukaa Modrich: Tiksituu re’ee irraa hanga Ballon d'Or mo'achuutti

    Erga bara 2016 dursaa garee biyyaalessaa kan ta’e taphataan kun, taphataa cimaa sadarkaa addunyaatti beekamu ta’uun biyyasaas hedduu beeksise.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (37)

    Euro 2024 seenaa raajii galmeesse eenyuun kuffisee, eenyuun dabarsa?

    marsaa itti aanutti ce'an adda baasan ni gaggeefamu.Taphootni lamaan ramaddii tokkoo sa'aatii walfakkaatatti kan gaggeeffaman yeroo ta'u, guyyaa tokkotti ramaddii lama irraa taphoota afurtu gaggeeffama.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (38)

    Ronaaldoo waliin suura ka’uuf jecha deeggartoonni dirree cabsanii seenuun yaaddoo uume

    Namoonni shan dirree seenuun Amballii Poorchugaal kan ta’e Kiristaanoo Ronaaldoo waliin suura ka’uuf yaalanii ture, tapha Jarmanii Istaaniyeemii Doortimanditti taphatanii 3-0n Turk mo’atanirratti.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (39)

    Dubartii Olompikarratti buunyaan Itoophiyaa bakka bu'uu abjottu maaltu mudate?

    Shaampiyoonaan buunyaa Itoophiyaaf warqee fidde Saajinii I/Aantuu Beteliheem Gazzaahany rakkoon fayyaa ishee mudateen gargaarsa gaafachuuf dirqamte.Shamarreen ganna 24 kun ji’oota muraasa dura ispoortii bunyaan Itoophiyaa bakka bu’uun dorgomtee biyyasheef meedaaliyaa warqee fiddeerti.Amma maal irratti argamtii? Kunooti dhiyaadhaa.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (40)

    Morkii Kiloop fi Gaardiyoolaatu akkan Liiverpuul dhufu na godhe - Siloot

    Leenjisaan Liiverpuul haaraa Arnee Siloot, morkii Yaargen Kiloop fi leenjisaan Maanchester Siitii Peep Gaardiyoolaa jiruti akka gara kilabichatti makamu isa taasisuu hime.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (41)

    'Mesii warra Turkii': Ardaa Gular Waancaa Awurooppaarratti riikardii Ronaaldoo qooddate

    ''Mesii warra Tukii'' jedhuun. Umriinsaa reefu 19. Kibxata galgala tapha waancaa Awurooppaa Turki Joorjiyaa morkattee 3-1 injifatte irratti goolii galchuun ola adeemaa ganna 20 gadii goolii galche ta'eera.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (42)

    Kiiliyaan Imbaappee funyaansaa erga miidhamee 'fayyaa hin qabu'

    Leenjisaan Faransaay Didiyeer Deeshaampis dursaan taphattootaa Kiiliyaan Imbaappee miidhama ''funyaansaa cabsuu danda'u'' booda ''fayyaa hin qabu'' jedhan.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (43)

    Ingilaand dhiphattee Sarbiyaa injifatte, Dorgommicha injifachuuf abdii qabdii?

    Waancaa Awurooppaa 2024 injifachuuf tilmaama olaanaa kan argatte Ingilaand dhippattee Sarbiyaa 1-0n injifatte.

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (44)

    Itoophiyaan Waancaa Afrikaa bara 2029 qopheessuuf karoorsuu beeksifte

    Itoophiyaan waancaa Afrikaa isa bara 2029 kophaashee qopheessuuf hojiilee dursanii hojjetamuu qaban irratti qophaa'aa akka jirtu beeksifte.

Jiruufi Aartii

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (45)

    Indiyaatti warshaan iPhone 'dubartoota heerumte hin qacarru' jechuun himatame

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (46)

    Barattoota Kooriyaa Kaabaa akka Kiim Jong Unitti rifeensa sirreeffachuuf dirqisiifamaa turan

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (47)

    Barattoota Itoophiyaa Xaaliyaanii jiran qormaata maaltu mudata? Maalif dafanii hin eebbifaman?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (48)

    Jette jetteen 'Vampaayer' jedhu eessaa, maaliif jalqabe?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (49)

    Penile cancer: Dhibee kaansarii dhiiraa waldhaansisaa hanga qaama saalaa guutummaatti muruu gahu

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (50)

    Dhabbanni Fayyaa Addunyaa maal hojjataa? Maal milkeesse?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (51)

    Dhibamee waggaa lamaaf sireerra kan ture Daagim Mokonnin sirba dhaabuu hime

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (52)

    Dubartii sababa namni afaanshee beeku dhibeef hospitaala sammuu keessa waggoota 12 turte

Bitaa, Mirga

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (53)

    Sabboonaa Bulloo: Dargaggeessa jireenya daandiirraa ka'ee kaaniif hojii uumaa jiru

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (54)

    Somaaliyaan daangaakoo cabsitee seente jechuun Mana-maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himatte

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (55)

    'Utubaa sibiilaa waliinsaa wallaalame' biyyoota garagaraatti mul'achaa jiru

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (56)

    ‘Abukaatoowwankoo doorsifamaa jiru’ - Obbo Taayyee Danda’aa

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (57)

    Bishaan qulqulluu Makkaa Zamzam maali?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (58)

    Mootummaan Baankii Biyyaalessaarraa hangi liqeeffachuu danda’u labsiin daangeffamuufidha

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (59)

    Viidiyoo, 'Dhalataa Kuyyeraa biliyeenara ta'uu hawwaa guddatee, ta'ee argame'Turtii, 4,45

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (60)

    Bataskaanni Ortodoksii Marii Biyyaalessaarratti 'affeeramuu dhabuun mufatte'

Ajaa'iba

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (61)

    Riqicha Poorchugaal: Itoophiyaatti riqicha umrii waggaa 500 caalu lakkoofsise

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (62)

    Bofa kormaa Roonaaldoo jedhamu, quunnamtii malee ilmaan hanqaaqu

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (63)

    Lammiilen biyyoota Baha Eshiyaa maaliif amantiisaanii jijjiiraa jiru?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (64)

    Viidiyoo, Masalaa: Magaalaa Harargee waraabessiifi saroonni guyyaadhaan 'maaddii tokkorraa sooratan'Turtii, 1,08

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (65)

    Albamiin 'Gaaffiikoo' jedhu waa'ee abjuufi gaaffii dhuunfaakoo qofa miti - Guutuu

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (66)

    Arkitekchera masjiidota qulqulluu lama hojjeteef kaffaltaa hin fudhadhu jedhe

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (67)

    Viidiyoo, Namni tokko Addeessa dhuunfachuu danda'aa?Turtii, 1,24

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (68)

    Baankiin hojjettoota sobaan waan hojjataa jira of fakkeessan hojiirraa ari'e

Barumsaaf

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (69)

    Imala hawaa: Addeessa eenyutu dhuunfata? Waldhibdeen dacheerraa achittis mul'achuu malaa?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (70)

    Sharafa alaa Itoophiyaan biyya maallaqnishee doolaara dachaa sadiin caalu

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (71)

    Wiiliyaam Ruutoo harka kennachuun humna 'qeerroo' Afrikaa agarsiisa

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (72)

    Labsiin qabiyyee lafaarraa namoota kaasuufi kaffaltii beenyaa maal of keessaa qaba?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (73)

    Filannoo US 2024: Ameerikaan akkamiin pirezidantii filatti? 'Electoral College' maali?

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (74)

    Sababa ho'aa yoo xiqqaate namootni 1,300 ol Hajjiif imalan du'aniiru- Saawdii Arabiyaa

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (75)

    Hakiima duuti tasaa akaakayyuusaa waldhaansa fayyaa akka baratu isa dirqisiise

  • Oduu - BBC News Afaan Oromoo (76)

    Somaaliyaatti hoogganaa IS kan jedhamu Abdulqaadir Muumin eenyu?

Baay'ee kan dubbifame

  1. 1

    Itoophiyaa fi Somaaliyaan muddama gidduu isaaniitti dhalate tasgabbeessuuf Tarkiitti mari'achuuf

  2. 2

    Koloneel Takkaa Tulluu: Itti gaafatamaa Tika Dargii ABO waliin hojjataa ture

  3. 3

    Walqunnamtii saalaa duraa fi booda kutaalee qaamaa qulqullaa'uu qaban

  4. 4

    Viidiyoo baqattoota hidhattoota Sudaaniin qabaman mul'isu keessattin obboleettii kiyya arge

  5. 5

    Ispeen salphaatti Joorjiyaa yoo mo'attu, Beelingihaam Ingilaandiin salphinarraa oolche

  6. 6

    Filattoonni %72 Baayiden rakkoo sammuu waan qabuuf ga'umsa pirezidantummaa hin qabu jedhan

  7. 7

    Himanni Somaaliyaan waraana Itoophiyaa irratti dhiyeesite 'bu'uura hin qabu'- Mootummaa

  8. 8

    Abbaa warraafi haadha warraa walgannee hin duunu jechuun hakimaan du'uu filatan

  9. 9

    Astironomeroonni hawaa keessatti maal sooratu? Akkamiin?

  10. 10

    Yaaddoo al-Shabaabiin Somaaliyaan turtiin waraana Gamtaa Afrikaa jala jiru akka turu gaafatte

Oduu - BBC News Afaan Oromoo (2024)
Top Articles
Latest Posts
Article information

Author: Prof. Nancy Dach

Last Updated:

Views: 5503

Rating: 4.7 / 5 (57 voted)

Reviews: 88% of readers found this page helpful

Author information

Name: Prof. Nancy Dach

Birthday: 1993-08-23

Address: 569 Waelchi Ports, South Blainebury, LA 11589

Phone: +9958996486049

Job: Sales Manager

Hobby: Web surfing, Scuba diving, Mountaineering, Writing, Sailing, Dance, Blacksmithing

Introduction: My name is Prof. Nancy Dach, I am a lively, joyous, courageous, lovely, tender, charming, open person who loves writing and wants to share my knowledge and understanding with you.